Loading...

Beeksisa

Mana barumsa sad.2ffaa Leemmuu

Baga nagaan gara Mana Barnoota Sadarkaa 2ffaa Leemmuu dhuftan! Manni barnootaa keenyaa barattoota haala gaariin leenjisuun beekamaadha. Kaayyoon keenya barattoota beekumsa ammayyaa fi dandeettii jireenyaa gonfachiisuudha.

🎯 Mul’ata (Vision)

Lammii dandeetti fi ga’umsa qabu akkasumas hiyyummaa balleessuudhaan ijaarsaa sirna dimokraasi,bulchiinsa gaarii fi guudina misooma dinagdee biyyaa bu’uura cimaa irraa kan dhaabuu arguudha

🎯Ergamaa (Mission)

🔹 Carraa barnoota qulqullinni isaa eegame lammi hundaan ga’uu. 🔹Lammii gaarii biyya jaalatu sirna dimookirasii fi guddina misooma biyyaa tiif kan gumaacha godhu horachuudha.

Read More

News and Events

vv

Date: December 06, 2025

vv

vvvvvvvvvvvvvvvv

Managers

photo

Abu Girma

Director

photo

Lemu Secondary

School

photo

Zenbaba Ejersa

Unit Leader